Login Register
G
SARON ENTERTAINMENT banner
SARON ENTERTAINMENT

SARON ENTERTAINMENT

@UC07dQsJwieNaC2r_dftJPCw - 23K subscribers

↪Bagaa nagaan dhuftan hundumtii keessan Ilmaan jaalalaa 🖤❤🤍✍ Channel ↪Qophiilee bashanansisaa. ↪Barnootaa ergaa qaban dabarsuu. ↪Gorsaafi dhamsaa dhaloota. ↪Diramaa fi taphaa gababaa. ↪Seenaa,jaalalaa Asoosamaa, waalaloo, waantoota hedduu ofii keessatti hammate isinif fida. ↪Odeefanoowan waltawaa dhiyesuuf qophidha ↪Barsiisa sagalee waaqayoo irrati hojechuuf ↪Gaffif deebiii macaafa qulquluu akkasumas namoota debbii qubsa keenuu danda,an nii dhiyesa ↪Haqaaf ijaa lafina malee dubachuf Ykn sagalee ta,uuf qophidha ↪Dhugaa himee Jireenyatti isaa debisuu ilmaa waaqa lallabuuf 😍 ↪kayyoo sirri qabda tanan mo,achuun kee dirqama ↪Ajajaa ta,uf dursaa ajajamuun qaromudha ↪Filannon kee situ bekee murtesaa malee namni siif murtesuu hin danda,uu ↪Enyuumaa kee sirrin malee dhokatan yomiyuu sif bu,aa qabuu ↪Namni sutaa demuu lafaa yadee inuma ga,a guyya egee yeroof garuu waan dugda duba jiruu fakataa. ↪Gababattii karaan jireenyi dhugaan yesus duwadha samiif dachen ragadha.Wangeela yohanis 14:6