Login Register
G
MalkaTube Entertainment banner
MalkaTube Entertainment

MalkaTube Entertainment

@UC8slxZBlgM7FeDwi2cY9Ohw - 103K subscribers

#MalkaTube Entertainment tajaajila haareya jalqabu isaa gammachuun isinii ibsaa Tajaajilli haareyni jalqabne #MalkaTubeStudio hundeysinee hujii jalqabannee jirra Tajaajilli Nuti kanninu 1ffaa Sagalee Qulqulluu Waraabu 2ffaa Muuziqaa Qindeeysu 3ffaa Sirba Audio Sirna Aruuzaatif, Eebbaatiif, Guyyaa Dhalootaatiif, Jaalalleewwan Wal jaalataniif fi kkf Maqa Isaaniitiin Hojjannee Kanninaaf. Tajaajila kana Argachuuf Social media Armaan gadii kanaan nu qunnamuu ni dandeysan. Subscribe,Like, comment and Share godhuu hin dagatina.