Login Register
G
Yaadi Media Network banner
Yaadi Media Network

Yaadi Media Network

@UCFslwPKDM0QxVrt75_p_kuw - 664 subscribers

Akkam jirtu!Bunaafi Nagaa hindhabinaa!Oromoon yoo Nagaa walitti dhaamu 'Bunaafi Nagaa hindhabinaa' jedhee wal-eebbisa. Chaanaaliiwwan kana Mee Daawwadhaa jaaladhaa, michuufi hiriyoota keessaniifs qoodaa,Maddi waan hundumaa yaada. Kanaafan 'Yaadi Media Network' jedhee moggaase.