Login Register
G
OROMIA ISPOORTII banner
OROMIA ISPOORTII

OROMIA ISPOORTII

@UCML5eZHbzv6pZ-iwKVZW6Ow - 18.3K subscribers

Baga nagaan gara OROMIA ISPOORTII dhuftan ! Chaanaalii isa jalqabaa kan oduu ispoortii Afaan Oromoo irratti xiyyeeffate. 📲 Marsariitiiwwan hawaasummaa irratti nu hordofaa: 🔴 YouTube OROMIA ISPOORTII: youtube.com/@oduuispoortii 🎵 TikTok: www.tiktok.com/@oromiaispoortii 👉 Maatii keenya ta’aa – Subscribe godhaa. oduu fi odeeffannoo ispoortii irraa hin hafinaa!! Channalii Kana Irraa Kan Argattan: ⚽️ Oduu haaraa kubbaa miilaa (Addunyaa fi Itoophiyaa) ⚽️ Gabaa taphattootaa (Transfer News) ⚽️ Xiinxala taphootaa fi tilmaama (Match Analysis & Predictions) ⚽️ Oduu Ethiopian Premier League Akkasumas La Liga, Premier League, Serie A fi Bundesliga Guyyaa guyyaan odeeffannoo yeroo isaa eeggate siif dhiheessina! #OromiaIspoortii #AfaanOromoo #OduuIspoortii #PremierLeague #LaLiga #SerieA #Bundesliga #ChampionsLeague #EthiopianFootball #TransferNews #FootballNews #Ethiopia