@UCRQl_-zZEkn7O0mdExoadQQ - 6 subscribers
Chaanaalii keenya ‘Barnoota Kompiyuutaraa fi Teknoolojii’ irratti, barnoota teknoolojii, networking (Cisco and huawei), cybersecurity, AI fi tajaajila dijitaalaa hunda Afaan Oromootti hiiknee sin garsiifna. Barnoota salphaa, gabaabaa, bu’a qabeessa ta’e waliin of dagaagsaa. Tekinoolojii barachuu, seera IT keessatti of qopheessuu, fi carraa hojii argachuuf isin deeggarra.”