Login Register
G
Dasito robee banner
Dasito robee

Dasito robee

@UCXScnu8MNtNjDoqBZbZ6_Dg - 256 subscribers

Seenaa namoonni biroon ani abbaa koo fi haadha koo abaluu irraa bara hammanaan iddoo akkas jedhumutti dhaladhee, mana barumsaa ganda keenya jirutti kutaa hammanaa hanga hammanatti baradhee, achiin booda magaalaa naannoo keenyatti dhiyoo ture, fira bira yookaas kireefadhee baradhe. Jechuun seenaa seenessuu jalqabani itti fufanin, gahaadha(barbaachisaadha)! jedhee, waantan hin yaadneef, ammaaf dubbachuu irraa of qusadheera! Garuu immoo anis akkuma nama kamiibEenyummaa qaba! Eenyummaan koo kunis,..