@UCa-wtNWzpQ2USSbEejPFn7A - 161K subscribers
Qophiilee Sagalee Ameerikaa sagantaa Afaan Oromoo Sagaleen Ameerikaa Sagantaan Afaan Oromoo oduu fi qophiiwwan dhimmoota wayitaawoo, akkasumas aadaa, fayyaa, dargaggoota, siyaasa, qonna, misooma fi ispoortii laallatan Wixataa amma Jimaataatti galgala sa’aa 8:30 irraa jalqabee dhiheessa. Nu hordofaa.