Login Register
G
Risaa Media banner
Risaa Media

Risaa Media

@UCcXMmm4nkRclPye2GgtA-6g - 235K subscribers

GAMMADAA SHOW (Late Night Show) Sagantaa bashannansiisaa, barsiisaa fi kofalchiisaa Dilbata galgala sa’a 3:15 irraa eegalee, miira addaatiin ETV Afaan Oromoo irratti kan dhiyaatudha. Sagantaan kun kolfaa fi taphaan alatti, jireenya namoota beekamoo, aartii fi hawaasummaa giddu-galeessa godhata. Halkan keessan nagaa fi gammachuun akka dabarsitaniif:- • Gaaffii fi Deebii Addaa • Bashannana • Muuziqaa fi Aartii • Seenaa Nama Onnachiisan Hordofuu hin dagatinaa! 🔔 Subscribe gochuun maatii keenya ta'aa, Yaada keessan nuuf qooda.