Login Register
G
ASHA BIRREE OFFICIAL

ASHA BIRREE OFFICIAL

@UCfIV9SIMX00YlYxpZbR5chA - 24.3K subscribers

Chaanaalli youtube kun kan Artist Ashaa Birree ti. Chaanaala kana irratti hojiiwwan Aartiin wal qabataniif sirboota koo yeroo yerotti hojjadhuu karaa chaanaala kanaatii uummata biraan kan gayu waan ta'eefi namoonni chaanaala kanaaf haarawa taatan subscribe gochuun maatii koo ta'aa. Dabalataan hojiiwwan koo kanaan duraa link list sirboota kootii kanaan iddoo tokkotti ni argattu youtube.com/playlist?list=PL61YSUCEl1wAZHCizUgH_Xm… www.facebook.com/ashaa.birre www.tiktok.com/@ashabirree?_t=8VMMbMpSnxe&_r=1