Login Register
G
TV IFA WAAQARRAA banner
TV IFA WAAQARRAA

TV IFA WAAQARRAA

@UCgSR5c9xJCZ37Woans_PHyA - 3.4K subscribers

Namootni hojii Waaqayyoo nu wajjin hojjechuu barbaaddan lakk.Herrega baankii WALDAA KIRISTAANAA IFA WAAQARRAA kanaan nu deggeruu dandeessu. CBE-1000142727483 1000424095277-CBE, 1485997800001-Oromia Bank,1000091634167- Baankii hojii Gamtaa Oromiyaa Awwaash-01352654919000 Sagantaalee dhaabbataan Waldaa keenyaa Sambata guyyaa guutuu,Roobii guyyaa guutuu , Jimaata guyyaa guutuu Facaasaa sa'a 7:00-11:00tti Waaree booda yeroo namoota dhuunfaadhaaf kadhatamuudha.