Login Register
G
BORU ENTERTAINMENT  banner
BORU ENTERTAINMENT

BORU ENTERTAINMENT

@UCj1KtgIqsZXLoVpvMHor-mw - 23.3K subscribers

Hordoftootaaf daawattoota koo hunddi Baga Nagaan gara Boru entertainment Music Dhuftan! Boru entertainment Music iddoo itti muuziqaan Oromoo fi Amaaraa durii fi babbiyoon teknoolojii Al (Artificial Intelligence) fayyadamuun bifa midhaga ta'ee fi hawwasnni jaalatuun Afaan Oromoo gara Afaan Amaaraatti, Afaan Amaaraa irra gara Afaan Oromootti akkasumas wolaloo, yadaloo haarawa (Lyrics fi style) gara muuziqaa haarawatti qopheessu fi kkf jijjiiramanii dhiyaatanidha. Kaayyoon Keenya: Miiraa fi qulqullina weedsota ykn artistoota keenya durii eeggachaa, ergaa fi bifa muuziqichaa namoota Afaan Oromoo hin been beenneef gara afaan Amaaraa dubbatan biraan gahuu akkasumas namoota Afaan Amaaraa hin beenneef gara Afaan Oromoo dubbatan biraan gahuudha. Maal Hubattu? Weedduuwwan jaallatamoo kanaan dura turan wolaloo, yadaloo haarawa gara muuziqaa bareeda ta'een Al'n qindaa'anii yeroo isiniif dhiyaatan asitti ni argattu. Aadaa fi muuziqaa keenya guddisuuf Subscribe gochuun maatii keenya ta'aa.