Login Register
G
DoYo Tube banner
DoYo Tube

DoYo Tube

@UCpnncc28Dq_6Dn0Cq5lASMQ - 3.2K subscribers

Culture Gallery (Oromoo) Bᴀʙᴀʀoo ғᴀʏʏᴀᴀ ɴᴀԍᴇᴇɴɴι ιsᴀɴ ʙᴀᴅнᴀᴀᴅнᴀ! κuɴ Channel ʏooκᴀᴀɴ ιsтuuᴅιʏoo: # Qoᴘнιιʟᴇᴇ ɴᴀмᴀ ʙᴀʀsιιsᴀɴ #Tᴀᴘнᴀᴀғ κoʙʟᴀᴀ(funny❩ #sιʀʙooтᴀ ԍᴀʀԍᴀʀᴀᴀ Kнᴀ A/Oʀoмoo fi Oʀoмoo Booʀᴀɴᴀ(suκuʟᴀᴀɴԍι) , #Sιʀʙᴀᴀ ʙᴀʀʀᴇᴇғᴀмᴀᴀɴ (ʟʏʀιcs) ʙιғᴀᴀ vιᴅιʏooтιɴ Qoᴘнᴀᴀ'ᴇᴇ ғι #Oᴅᴇᴇғғᴀɴɴoo тoκκo тoκκoo κнᴀ wᴀᴀ' ᴇᴇ sιʀɴᴀ ԍᴀᴅᴀᴀтιιɴ wᴀʟQᴀʙᴀтᴀɴ ԍᴀʀԍᴀʀᴀ ιттι ᴀʀԍᴀттᴀɴ Cнᴀᴀɴᴀʟι κнᴇᴇssᴀɴ #Culture songs ( Weedduu, Goba, Kaarrilee, Sirba Ijoollee dubra(Agaroo), ijoollee kuuchuu, fi kan yo Gaddaaf Gammachuu ) #Agarsiisa jaarrolee argaa dhageettii #Songs lyrics Kaayoo (Objective) Aadaa, seenaa, duudhaa, hambaa, qaroomina, taatee, Oromoo Booranaa walti qabee kuusuun akka hin dagatamne fi dhalootaa dhalootaatti dabarsuu. Ergama (Mission) Aadaa fi duudha Hawaasa Oromoo akkasumas sirna gadaa kha bu'uura Dimokiraasii ammayyaa ta'e addunyaan gahuu. Mul'ata (Vision) Sirna gadaa, aadaa, duudhaa fi seenaa oromoo guutuu addunyaatti mul'ate arguu. " suʙscʀιʙᴇ тoʟcнuu нιɴ ᴅᴇᴅнιɴᴀᴀ!"