Login Register
G
Goda Wajjii Tube banner
Goda Wajjii Tube

Goda Wajjii Tube

@UCtyYXsr-hRGaQtRegsuPkPA - 28.2K subscribers

Goda Wajjii Tube Artii Oromoo irratti hojjachuun Entertainment garagaraa isin biraan gaha. Sirboota Afaan Oromoo kan durii bifa garagaraattiin chaanaalii keenya irraa ni argattaan. Gara fuula duraa qophii bal'aa bashannansisa hedduu qabate dhufaa jira. Goda Wajjii Tube sirboota Afaan Oromoo walaloon isiniif dhiheessa. Oromo music lyrics. Kanaaf, Goda Wajjii Tube subscribe gochuun tumsaa. Goda Wajjii Tube kan keessani.Goda Wajjii wajjiin bashannana gaarii..