Login Register
G
Milan Media banner
Milan Media

Milan Media

@UCud3PJAFqcTkXCk-rDRBi0Q - 50K subscribers

Mul’ata Islaamummaa madaalawaa tahe uummataan gahuu Keessatti Miidiyaa hawaasa biratti yaadaa fi qulqullinaan fudhatama guddaa qabu ta’uu. Kaayyoo •Duudhaa Islaamaa eeguun ergama isaa karaa aartiidhaan hawaasa biraan gahuu. •Dhugaa fi ergama Islaamummaa hawaasa amantii biraa hordofan biraan gahuu. •Hojiilee hawaasaaf faayidaa guddaa qaban irratti adda durummaan hirmaachuu. •Seenaa,dhugaa fi eenyummaa ummata oromoo amantii Islaamummaa waliin qabatu ifa baasuu. Duudhaa •Hunda galeessummaa •Adeemsa madaalawaa •Itti gaafatamummaa •Khalaqa