Login Register
G
Mohe Online banner
Mohe Online

Mohe Online

@UCx8-6brfUkFael4ia9muBpA - 8.7K subscribers

Chaanaala kanarratti Barnoota Teknolojiidhaan wal qabate Hojillee Online, Cryptocurrency adda adda ,Reaction Vidiyoo fi Ergaalee sammuu nama dammaqsan, Baruumsa jireenya fi ilaalcha namaa jijjiirani fi Qophiilee bashannansiisaa nama barsiisan hedduu argattan. Akkasuma seenaa dinqisiisoo tahani fi waa irraa barachuun danda'amu hedduu hojjanna. Kaayyoon guddaan keenya Maatii chaanaalichaa gammachiisu fi bashannansiisaa barsiisuu, akkasum ilaalcha fi jireenya hordoftootaa fooyyessurratti xiyyeeffata. SUBSCRIBE godhaa. Galatoomaa🙏🙏